Standing Committees
Haala Mana Maree Magaalaa
Manni maree Magaalaa jimmaa Marsa 2ffaa kan hundeefamee filannoo ummataa caamsaa bara 2005 sadarkaa Magaalaa fi Ganootaatti ademsifameen yoo ta’u Manni Marichaa Miseensoota buufata filanoo 63 (jahatamii sadii) irraa filataman gandoota 17 (kudha torba) Magaalaa Jimmaa keessatti argaman irraa miseensoota baay’inni isaanii Dhiira 43 Dubara 38 Dimshaashatti 81(sadeetamii tokko) gandoota 17 ( kudha torba) irra filatamaniiru. Haluma kanaan manni marii Magaalaa Jimmaa miseensa 81 ( sadeetamii tokkon) hundeeffameera.
Manni marii Magaalaa Jimmaa ergama seeraan kennameef akkaataa barbaadamuun hojii to’annoo fi hordoffii adeemsisuun koreewwan dhaabbii sadarkaa magaalaatti 4 dhaabbatee gahee seeraan kennameef kan hojjacha ture yoo ta’u, Koreewwan sadarkaa mana maree magaalaatti jiranis :-
1. Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaa fi Seeraa;
Freew Hamsaaluu dhi
Habtaamuu Moggaa dhi
Ismaa,el kadir dhi
Najaat Abdalla Du
2. KoreeDhaabbii Dhimma Industrii fi MisoomaMagaalaa;Bajataa fi faayinaasii
Derajjee Gamuul dhi
Rahimaa Abdulqaadir Du
AsaffaaTasammaa dhi
Mazgabuu Guddataa dhi
- Koree Dhaabbii Dhimma misooma Hawaasummaa fi bulchiinsa gaarii
Seefuu A/Giddii dhi
Almaaz malaakuu Du
Qamaruu A/Maccaa Du
Abdulgaffaar abdaa dhi
4. Koree dhaabbii dhimma dubartii fi daa,immanii
Aliimaa Muhabbaa Du
NabiyaatA/Maccaa Du
Miskiyyaa Ahimad Du
Zarituu Garramoo Du