Ejensiin Galmeessa Ragaa Bu’uura Hawaasumma Bu/Magaala
Ejensiin Galmeessa Ragaa Bu’uura Hawaasumma Bu/Magaala
Mission
Mul’ata
Hanga Bara 2018tti ragaaleen taatteewwan bu’uuraa hawaasummaa guutummaan keessatti akka galmaa’an taasisuun madda odeeffannoo, olaantummaan seeraa mirkanee fi raakkoo bulchiinsaa gaarii hiikamuun ummanni fayyadama ta’ee arguu.
Vision
Ergama
Hubannoo ummanni keenya waa’e faayidaa GRBH irratti qabu ol-guddisuudhan ragaalee taateewwan bu’uuraa hawaasa keessatti muddatan hunda fedhii fi kaka’uumsaan galmeessisuu aadaa akka godhatan taasisuu.
Hojimaata haaraa fi hammayyaa’aa fayyadamuu dhaan GRBH nageenyaan isaanii eggamee fi qulqullinaan haala itti fufiinsa qabuun galmeessuu fi gurmeessuudhaan, imaammataa fi tarsiimoo biyyattii bocuu akka dandeessisu gochuu dha.
Core Values
Duudhaalee
- Gaafatamummaa,
- Iftoomina,
- Haqummaa,
- Al-loogummaa,
- Iccitii eeguu,
- Hirmaachisummaa,
- Ragaa qulqullina qabu maddisiisuu,
- Tajaajila gahuumsa qabu kennuu,
- Jijjiiramaaf qophaa’u fi hojjachuu,
- Beekumsaa fi amantaan hojjachuu,
- Miira tajaajiltummaan raawwachuu,
- Dorgommaa ta’anii argamuu.