W/ra Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa
W/Ra Dhimma Hojjetaa Fi Hawaasummaa
Mission
Ergama
M/Jimmaa keessatti nageenya industirii mirkanneessuu, odeeffannoo gabaa humna namaa baball’isuu fi rakkoolee jireenya hawaasummaa hirri’isuu.
Vision
Mulla’ata
Bara Karoora waggootan kudhan kana irratti seerri dhimma hojjetaa fi hojjechiisaa industiriiwwaan Magaala Jimmaa keessa jiran keessatti kabajame, tajaajila ragaa fi odeeffannoo carraa hojii baballa’atee fi rakkoolee fi farreen jireenya hawaasummaa 70% hirri’suun rakkina keessaa basuu
Core Values
Duudhaalee Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa
Kaayyoo tarsiimoo haala walitti hidhamiinsa qabuu fi safaramuu danda’uun galmaan ga’uu keessatti caasaaleen W/ra Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Magaala Jimmaa duudhaalee fi amantaa cimaa qabaachuu qabu. Haaluma kanaan, duudhaalee ijoon W/ra Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa akkaataa Seektaricha keessatti calaqqisuu qabuun kanatti aanee dhihaateera. Isaanis:
- Ittigaafatamummaa
- Iftoomina
- Tajaajila Gahumsa Qabu Kennuu
- Qophaa’ina Jijjiiramaa
- Beekumsaa fi Amantaan Hoogganuu
- Hirmaachisummaa
- Aadaa Qusannoo fi Bu’aa Qabeessummaa.