W/ra Qonnaa fi Qabeenyaa Ummama M/Jimmaa
W/Ra Qonnaa Fi Qabeenyaa Ummama M/Jimmaa
Mission
Eergama (Mission)
- Qorannoo jijjirama bu’uura adeemsa hojii (BSC) hojiirra olchuun bulchiinsa gaarii mirkaneesu fi misooma safisaa Oomishaa qonnaa wal-irraa hin cinne uumuu fi Akkasums fedhii qonnaan bulaa bu’uureeffachuun tajaajila Ekisteshini teekinooloojii qonnaa ammayyaan deegarame akka argatan gochuun Galii isani foyeefatani gara industriitti akka Ce’un gochuudhaa.
- Beekumsa, humnaa fi qabeenya beeyladaa horsiistonni qaban qindessun hojii misooma beeyladaa tekinooloojii ammayyaan deggerame gaggeessuu fi Eegumsa fi to’anoo qindaa’e hojii irra oolchuun omishaa fi omishtummaa beeyladaa itti fufiinsaan guddisuun qabeenya beeyladaa gabaan ogganamu uumuu.
- Beekumsa,humnaa fi qabenya adda addaa qindeesudhan Qaama hawasaa Gurma'ee Rakkoo ofii ofin furatu Uumuu.
Vision
Mul’ata (Vision)
- Bara Oomisha 2013-2022 Qonnaan Bultooni fi dargaggoni waldaalee IMXn qonna magaala irratti Gurmaa’an haala amaayyaa ta’een qonnaa magaalaa irrati hirmatanii nyataan mataasaanni danda’ani galiisaanis qabatamaan ol’gudifataani hiyyuumaa keessaa ba’aanii gara idustiriitti ce’an Arguudhaa.
- Bara 2013-2022 tti sadarkaa Qonnaan bulaatti misooma beeylada hammayaa’ee guddina industiriif gahee ol’aanaa qabu’uumuu.
- Jiraattonni Magaala kenyaa Waldaa Fayyadamtota fi Qusannaa jallatti gurmaa’un Aadaan qusannaa hojjattoota motuummaa fi ummata keessatii babal’ate argu fi akkasumas rakkoo dhiyessii meshalee bu’uraa furachuu danda’u arguu.
Core Values
Dudhaalee:.Duudhaalee Karoora Hojii KGT 3ffaa keessatti calaqqisa turan.
Isaanis:.
- Kabaja maamila
- Qoophaa’ina tajaajila
- Iftoomina
- Miira garee (team sprit)
- Hirmaachisumma
- Itti gafatamuma.