WAJJIRA DHIMMA DUBARTOOTA, DAA’IMMANII FI DARGAGGOOTA OROMIYAA
Wajjira Dhimma Dubartoota, Daa’immanii Fi Dargaggoota Oromiyaa
Mission
Ergama waajjiricha
Dubartootaa fi dargaggootaa M/Jimmaa sosochii qinda’aa uumuun ijaarsa sirna dimokiraasii, bulchiinsa gaarii fi misooma keessatti addaa durummaan hirmaatootaa fi fayyadamtoota gochuu fi eegumsaa mirgaa fi nageenya Daa’immanii mirkaneesuudha.
Vision
Mul’ata waajjirichaa
Bara 2022tti B/M/Jimmaa keessatti hirmaannaa fi fayyadamummaa Dubartoota fi Dargaggoota gama hundaan dabale, wal-qixxummaan koorniyaa, mirgii fi nageenyi daa’immanii mirkanaa’ee arguu.
Core Values
Duudhaa Ijoo (Sona) (Core values of our Organization)
Duudhaan haala qabatamaa ergama fi mul’ata mana hojiichaa, amalaa fi naamusa hojjettootaa, qajeelfama naamusaa, kenna tajaajila gaggeeffamu fi aadaa hojii mana hojjichaa waliin dhimmoota hariiroo qaban Kan ibsuudha. Ulaagaalee ykn haaloota kana irratti hundaa’uudhaan duudhaaleen mana hojii keenyaa haala armaan gadiitti kan eeraman ni ta’u.
A. Ittigafatamummaa,
B. Iftoomina,
C. Tajaajila si’ataa fi gahuumsa qabu kennuu,
D. Qophaa’ina jijjiramaa,
E. Beekumsaa fi amantaan hogganu,
F. Hirmaachisummaa,
G. Aadaa Qusannoo fi Bu’a Qabeessuummaa,
H. Aantummaan daa’immaniif qabaachu fi walqixummaa korniyaa hojjechuu
I. Aadaa fi Duudhaa Hawaasaa Kabajuu
J. Miira tajaajiltummaa ummataa qabaabchuu